У нас вы можете посмотреть бесплатно Binance irraa maallaqa akkamitti baafanna? (CBE, Telebirr & Baankii Hunda) или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Akkam jirtu kabajamtoota hordoftoota koo! Viidiyoo har'aa kanaan haala salphaa fi amansiisaa ta'een maallaqa keessan (USDT/Dollar) Binance irraa gara herrega Baankii keessanitti (CBE, Telebirr, Dashan fi kkf) akkamitti akka jijjiirrattan isinitti agarsiisa. Adeemsi kun 'Binance P2P' fayyadamuun kan raawwatamu yoo ta'u, ragaa (proof) kaffaltii kootii waliin hamma dhumaatti isiniif ibseera. Viidiyoo kana keessatti kanneen armaan gadii ni barattu: Akkaataa Binance P2P itti fayyadamnu. Haala kaffaltii (Payment Method) herrega baankii keenya itti galchinu. Nama irraa bitnu ykn itti gurgurru akkamitti filanna? Hanttutuun (Scammers) akka nu hin gowwoomsine of eeggannoo gochuu qabnu. Ragaa (Proof) kaffaltii maallaqa baankii galee. Yoo gaaffii qabaattan 'Comment' jalatti naaf barreessaa. Viidiyoon kun isin gargaareera taan 'Like' gochuu fi Subscribe gochuu hin dagatinaa! My Telegram channel 👉 http://t.me/kiyyaa_tech Contact addres 👉 http://t.me/abdu_online Email 📧 kiyyaa601@gmail.com I hope you love this video If you have love the video please like 👍 and share it also make sure you have subscribed to my channel Thanks for watching 👀 🙂 ====================================================================================== make money online,how to make money online in ethiopia,how to make money online,make money online in ethiopia,hojii online,earn money online,make money online in ethiopia 2022,how to make money online in ethiopia 2022,how to make money online fast in ethiopia,how to make money online 2023,akkaataa hojii online,hojii online qarsh,how to earn money online,make money online 2023,how to make money online in ethiopia 2023,make money,make money online paypal #BinanceOromo #BinanceEthiopia #CryptoOromo #CBE #Telebirr #MakeMoneyOnlineEthiopia #BinanceP2P #EthiopiaTech #Birri #DollarToBirr #HojiiOnline