У нас вы можете посмотреть бесплатно Riyad Abdo _ Imimmaan Yaadaa _ Nashiidaa Haaraa Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Shawqii Rasuula Rabbii Fi Biyya Isaanii Makkaa Fi Madiinaa hojiilee Nashiidaa Afaan Oromoo Argachuuf #subscribe Gochuu Hin dagatinaa #nashiidaa #ethiomuslimdawa #muazhabib #manzuma • Riyad Abdo _ Imimmaan Yaadaa _ Nashiidaa H... WALALOO Yaa Urgaa Miskii Madiinaa Kan Kennuu Ruuhiif Sakiinaa Kan Tole Qalbiin Yaqiinaa Achi Dhaquun Waan Hin Oollee Ganda Zeeynal Aalamiinaa Showqiin Qalbii Koo Naraasee Taa'umsarraa Ol nakaasee Utuun waahee keessan Yaaduu Garaa kankoo Na Roraasee Mahabban Keessan Nawaadaa Halkaniif Guyyaan Araadaa Fageenyi Karaa Jabaatus Rowda Ziyaaruun Barbaada Yoomuu isarran Kajeelaa Akka Naaf guutuu Muraadaa Yaa michuu fagoo irrra taa’ee Jaalalalaan nama harkisu Maal godhu ulee shawqii kee Dhidhiibbaan namaan fayyisu Dhadhabeen sirraa fagaadhe Galmee kaaliqatti ergadhe Imimmaaninan dubbadha Gaafan ganda keedhaabbadhe Salam aleyk zenu nabi Ya habibi x2 Cinaachi koo gad hin Ciifnee ijji koo boohichan dhiifnee Maaluma jamaa koo fallii Anaan Nadhibeera haallii Yaadaan raafamtee qalbiinii Sochii dadhabe jismini Gubaansaa fuudhee naan kaata Gaafadhee dhabe furmaata Simbirroo barristu samii Qe’een zeynee koo akkami An dhuuuf humnaan daanga’e Ruuhiin koo madiinaa ga’e ====== Yaa'uun Dhiifne imimmaanii Obsuu Dadhabee Garaanii Akkamtu Anaaf Furmaataa Gubaansaa Haalaan jabaataa Yaa Urgaa Miskii Madiinaa Kan Kennuu Ruuhiif Sakiinaa Kan Tole Qalbiin Yaqiinaa Achi Dhaquun Waan Hin Oollee Ganda Zeeynal Aalamiinaa 👇 Himadhee naan Barre namni ibsuun dandeenyee qalamni Moofa'uu dideem baraani Lakkiin ulfaataa kansaani Dammi mii'aansaan qufaamaa Deebi'ee deddebinaani @RaayyaaAbbaamaccaaofficial @MuazHabibofficial @Salahmohamedofficial @SherifHusein @AMIRHUSSENofficial @maherahmedma @SeadAhmedin Annaan bubbulee balfamaa Yeroon irra darbinaani Maal mii'aan hin shaarre baarri? Kan Si dhoorgu yoomuu sabrii -------------- Bahriin kee meeqa maraache Ol kennuu didee tuujubnii Gooftaan koo maqaasaatt aanse Sirratti yaa'e ulfinnii Ol iyyannoo hin qabaatu Jaalalti wadaaja geetaa Shawqii dhaan hiraaraa Oolaa Muhabbaadhagaa maal goota? Salam aleyk zenu nabi Ya habibi ya habibi Hin kirkirtiim siif oneeniini Yaadan laaftiim bar sammuunii Dawan dhibee koo yaa zeyni Abjuun taatus si arguuni Xeybaa gama manni isaani Asii nagubaara yaadni Kan shawqii haakimni hin beeku Namarraa hin cituu araadni Buusee baaseen yaadaam fardii Imalee farda jaalalaa Jiruunuu lazzaan isaa malii Yoo deeman karaa keen alaa Yaa xahaa koo yaa jamaalee Anoo bar malan wallaalee Hawwiin koo tureera qaata Kan qabu gama kee kaataa