У нас вы можете посмотреть бесплатно Oduuwwan ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Ebla 22,2016 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Oduuwwan ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Ebla 22,2016 1. Adeemsa hojii misooma Koriidarii Magaalaa Finfinneerratti mari’atame. 2. Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Ayyaana sabeeffachuun harka qalleeyyii deeggaran. 3. Sosochiin Itiyoophiyaan haa Oomishtuu marsaa 3ffaan Magaalaa Dirree Dhawaatti eegale. 4. Tumsi sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ eegalame cimee itti fufeera. 5. Baankiin Addunyaa dhiyeessi liqaa biyyoota Afriikaaf kennu akka guddisu gaafatame. Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan: Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat... Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: / obnafaanoromo Feesbuukii OBN Horn of Africa : / obnhornofafrica Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- / obnamharic Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- / obnenglish Tiktok : / obncyber Tiwiiterii: / obnoromiyaa Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa