У нас вы можете посмотреть бесплатно Oso ummannii keenyaa rakkof saaxilamee jiru nuti ajenda biyya fi ummata biraf rakkanna waan dhugaa. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
#MadaaOromia #OromiaNews #OromoMedia #HaqaOromia #SagantaaOromia #OromiaUpdate #OromiaPolitics #OromoVoice👉 Hordofaa, Like godhaa, fi Subscribe gochuun nu deeggaraa#FaqqadaaAbdiisaa: Ajajaa garee finciltootaa “halleellaa saboota Oromoo fi Amaaraa irratti raawwatamu duuba jira” jedhame Miidiyaan Ameerikaa guddaan Waashingtan Poost jedhamu xiinxala bal’aa Caamsaa 21 maxxanseen ajajaa garee hidhattootaa kan ta’e Faqqadaa Abdiisaa saboota Oromoo fi Amaaraa gidduutti waldhabdee akka uumamuuf sababa ta’eera jedhe. Waaashingtan Poost gabaasa isaatiin akka jedhetti, Faqqadaa Abdiisaa Waraana Bilisummaa Oromoo fakkaatee mootummaa Itoophiyaatiif basaasaa ture jechuun ergamaa garlamee (double agent) dha jedhe. Akka gabaasa Waashingitan Poostitti, Faqqadaan Kanaan dura miseensa WBO ta’ees hojjateera. Faqqadaan nama tokko haa ta’u malee jireenyi isaa hokkora Oromiyaa jeeqaa jiruuf sababa ta’eera jedhe. Faqqadaa fi loltoonni isaa kan shurrubbaa dheeraatiin beekaman ajjeechaawwan gara garaadhaan yakkamaa ta’uu jiraattota wabii gochuun Waashingtan Poost gabaaseera. Faqqadaan, af-gaaffiin bilbilaan Waashingtan Poost wajjiin taasiseen uummata Oromoo haleellaa saba Amaaraa fi mootummaa feederaalaatiin godhamuurraa tiksuufan qabsaa’a jedheera. Kana malees, himatawwan hannaa, buttaa fi basaasaa isarratti ka’an hunda waakkaateera.