• ClipSaver
ClipSaver
Русские видео
  • Смешные видео
  • Приколы
  • Обзоры
  • Новости
  • Тесты
  • Спорт
  • Любовь
  • Музыка
  • Разное
Сейчас в тренде
  • Фейгин лайф
  • Три кота
  • Самвел адамян
  • А4 ютуб
  • скачать бит
  • гитара с нуля
Иностранные видео
  • Funny Babies
  • Funny Sports
  • Funny Animals
  • Funny Pranks
  • Funny Magic
  • Funny Vines
  • Funny Virals
  • Funny K-Pop

Siidaa Iyyesuus kan bishaan copsu скачать в хорошем качестве

Siidaa Iyyesuus kan bishaan copsu 1 month ago

RNH

NHTV

NuuralHudaa

Nuural Hudaa

Oromoo

Oromo

Dhaddacha Jaalalaa

Iyyannoo Jaalalaa

Soora Qalbii

Farhiyaa Aadam

Usmaan Abdullaxiif

Не удается загрузить Youtube-плеер. Проверьте блокировку Youtube в вашей сети.
Повторяем попытку...
Siidaa Iyyesuus kan bishaan copsu
  • Поделиться ВК
  • Поделиться в ОК
  •  
  •  


Скачать видео с ютуб по ссылке или смотреть без блокировок на сайте: Siidaa Iyyesuus kan bishaan copsu в качестве 4k

У нас вы можете посмотреть бесплатно Siidaa Iyyesuus kan bishaan copsu или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:

  • Информация по загрузке:

Скачать mp3 с ютуба отдельным файлом. Бесплатный рингтон Siidaa Iyyesuus kan bishaan copsu в формате MP3:


Если кнопки скачивания не загрузились НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru



Siidaa Iyyesuus kan bishaan copsu

Iyyannoo 101 as wr wb qophesitotaa dhadachaa jalalaa. Maqaan koo J.M Jedhama. qophii keessaniraa akkan gamade. Hundi keessanuu galatoomaa jechaa gara iyyannoo kiyyaatti ceha. Aniifi jaartiin tiyya biyya ormaa keessa jiraanna. Asumatti bultii jaarranne. Ani haalaan isii jaaladha. Isiinis si jaaladha naan jetti. Garuu Rabbumaatu beeka. Jaartii tiyya tana waa heddun irraa jibbe. Sanirraa ta duraa na sobuu isiiti. Jaartiin tiyya tun ni sobdi. Gaafa duraa osoo nikaana hin hidhatin wayta waahee bultii wajji dubbannu, ani ammatti humna gahaa hin qabu. Waa xiqqoo dalagadhee eegan mana bitadhee booda bultii jaarranna jedheen. Isiin garuu humaa rakkoo hin qabu. Mana anaatu bita. Ani mallaqa gahaa qaba, usnee bultii haa jaarrannu. Manguddoo ergadhuu jalqaba nikaaha haa hidhannu naan jette. Hayyee yoo maatiin kee yoo mallaqa guddaa na gaafatan an hin dandayu. Qarshii kum 30 caalaa kennuu hin dandayu jedheen. Booda maatiin isii birrii 100,000 na gaafatan. Maatiin isii mallaqa dila kana na gaafannaan, ani mallaqa kana kafaluu hin dandayu jedheen. Isiin garuu itti na dhiibde. Ana bira mallaqni ni jira. Ati mallaqa barbaadii waan isaan si gaafatan kafalii nikaaha nuu godhi. Waan achi boodaa narratti dhiisi naan jette. Aniis jaalala isii waanin qabuuf mallaqa bakka seene seenee walitti qabee waan isaan na gaafatan kafalee nikaaha godhanne. Haala kanaan eega bultii jaarrannee baatii 3 wajji jiraannee booda, hayyee amma mana haa bitannu kaa jedheen. Isiinis mallaqa hin qabu naan jette. Deebisaan isii akkaan na rifachiise. Maali gaafa duraa mallaqa gahaa qaba naan hin jennee jedheen. Deebisaa hin qabdu. Na jalaa cal jette. Achi bodoa guyyaa muraasa turtee mallaqa maatii kiyya biraa qaba naan jette. Hayyee fuudhi kaa manaan bitannaa jedheen. Lakki gaafa biyyatti galle malee hin fuudhu naan jette. Anis irraa use. Kijibni 2ffaa kan isiin natti kijibde ammoo, gaafa duraa qur’aana buusee jira naan jette. Garuu waanuma ittiin salaatanuu hin beeytu. Ka’ii qur’aana qara’i, ka’ii salaati hoggaan jedhuun ni mufatti. Waanuma hundaaf dallanti. Sababaa kanaaf jaalalli an isiif qabu irrachaa deemutti jira. Jaartii tiyya haalaan jaalachuu ture. Garuu sababaa natti kijibdee fi, sababaa salaataa kanaaf adda bahuuf deemna. Osoo gamas hin deemin gorsa keessan dhagahuu fedha. Murtii abbaa murtii obsaanin eeggadha. Galatoomaa. Copyright Notice: Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions. We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

Comments
  • RNH 928, February 27, 2025 Jaarmaya Bultii 2 months ago
    RNH 928, February 27, 2025 Jaarmaya Bultii
    Опубликовано: 2 months ago
    12748
  • Osoo jaartii qabu hojjattuu wajji zinaa dalage - Dhaddacha 49, lakkofsa iyyannoo 96 3 months ago
    Osoo jaartii qabu hojjattuu wajji zinaa dalage - Dhaddacha 49, lakkofsa iyyannoo 96
    Опубликовано: 3 months ago
    15345
  • Hirkoo S2 E43 Miliyoona 5  etv |Ebc  |Etv Afaan Oromoo| oduu Etv Afaan Oromoo |Ethiopia 7 hours ago
    Hirkoo S2 E43 Miliyoona 5 etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo| oduu Etv Afaan Oromoo |Ethiopia
    Опубликовано: 7 hours ago
    22549
  • Sheikh Amin Ibro - Amantiin Qircaa hin Taatuu! || Khutbah Series 1 month ago
    Sheikh Amin Ibro - Amantiin Qircaa hin Taatuu! || Khutbah Series
    Опубликовано: 1 month ago
    47891
  • Kuma kuftuus Kuma Kai garsiisi 2 months ago
    Kuma kuftuus Kuma Kai garsiisi
    Опубликовано: 2 months ago
    460825
  • gaafileen boda shahada qabate ustaz awel kasim 1 month ago
    gaafileen boda shahada qabate ustaz awel kasim
    Опубликовано: 1 month ago
    95970
  • Seenaa Nabi Muusaa عليه السلام Kutaa 2ffaa! By Sh. Amiin Ibroo (Hafizahullaah) Like, Cmnt & Share! 1 year ago
    Seenaa Nabi Muusaa عليه السلام Kutaa 2ffaa! By Sh. Amiin Ibroo (Hafizahullaah) Like, Cmnt & Share!
    Опубликовано: 1 year ago
    67806
  • HALKAN SEENAA || Khaalid Bin Al-Waliid || 6 days ago
    HALKAN SEENAA || Khaalid Bin Al-Waliid ||
    Опубликовано: 6 days ago
    23638
  • 9 months ago
    "Qaama Saalaa 2 Qabdi" Dhaddacha Jaalalaa 26
    Опубликовано: 9 months ago
    89759
  • Salaata || Ustaaz Ibsaa Hasan || Gorsa Yoomuu Inquufamne #DuruusTv#ethiopia #salat#dawah #afanoromo 1 month ago
    Salaata || Ustaaz Ibsaa Hasan || Gorsa Yoomuu Inquufamne #DuruusTv#ethiopia #salat#dawah #afanoromo
    Опубликовано: 1 month ago
    18190

Контактный email для правообладателей: [email protected] © 2017 - 2025

Отказ от ответственности - Disclaimer Правообладателям - DMCA Условия использования сайта - TOS