У нас вы можете посмотреть бесплатно Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa DUBAI GHM или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
___________Barsiistu Alami_______ #Mata_dure(Erg. 1Phex. 13. - 17) Abdi ofi Ayyana yesuus kirstosi irraa godhachu Ykn kawachu 13 Kanaaf mudhii yaada keessanii jabeeffadhaa, warra of qaban ta'aa, abdii keessan guutummaatti ayyaana isa yeroo Yesus Kristos mul'atutti isiniif dhufu irra kaa'adhaa! 14 Akka ijoollee abboomamanii ta'aa malee, kajeellaa foonii isa bara gowwummaa keessanii duukaa hin luucca'inaa! —🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼— #Waldaa_Kiristiyaanaa_Warra_Wangeelaa_UAE Sanbata xiqaa(Saturday) yero hundumaa sa'atii 7:00-10:00 ttii waan ta'uuf akkaa dhuftani nuu wajin kabajan isin afereraa bakii sagantichaa #Spark_Hotel_Sharjah ( Al Qasimia) 1 floor. Ebbifamaa +971 50 147 2156 Location:- https://g.page/Sparkresidencehotelapa... ------------------------------------------------ #Waldaa_Kiristiyaanaa_Warra_Wangeelaa #Abu_Dhabi_GHM (Sanbata guddaa)yeroo hundumaa sagantaan keenya Time 06:30pm-10:30pm #Location (bakka argama waldaa) liinkii kanaan argachuu akkasumas bilbila asirra jiru kanaan karaa #Watsapp' nu argachuu ni dandeessu. +971 50 147 2156(watsapp) Location 👇👇📌📌 https://g.co/kgs/BAMfDZ Hamdan st.Abu Dhabi (Al Ain Tower) 2nd Floor 202 - #Royal_Garden Ebbifamaa #Waldaa_Kiristiyaanaa_Warra_Wangeelaa_UAE