У нас вы можете посмотреть бесплатно Hayyonni Dhaabbilee barnoota olaanoo, M/barumsaa Bultii Addaa Ifa Boruu Dodolaa daawwatan. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Hayyoonni Dhaabbilee barnoota olaanoo, Hojiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Barnootarratti hojjechaa jiru humna nama baratee caalmaatti alatti erguuf bu'uura kan kaa'edha jedhan. Hayyoonni Dhaabbilee barnoota olaanoorra walitti dhufan mana barumsaa Bultii Addaa Ifa Boruu Dodolaa daawwatan. Odeeffannoo wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan: Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat... Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Tiwiiterii: / obnoromiyaa Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa.