У нас вы можете посмотреть бесплатно BURQAA || Singer Tarike Mideksa & Yosef Ofkela. NEW OROMO GOSPEL SONG. Ittiin eebbifamaa! или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
#SUBSCRIBE TO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIONS OF NEW POSTS. Title: Burqaa Singer: Tarike Mideksa Feat: Yosef Ofkela Music: Abinet Gebayo (Aby Studio). Mixing: Abinet Gebayo. Lead Guitar: Abinezer Poster Design: Leta Habtamu. Produced by: Tarike Midaksa Official Follow Youtube: / @tarikemidaksa Facebook: https://www.facebook.com/obsetan.midaksa.5... #burqaa #waadaa #tarike_mideksa_official #singer_tarike_midaksa_official #taarikee_miidheksaa #fileeraa_tube #gamechu_habtamu #yesus #lookoo #hoolicha #girma_gedo #qaraani'oo #faarfannaa_haaraa #faarfannaa_afaan_oromoo #gospel_music #daawwaa #faaruu_afaan_oromoo #lubbuukoo #hirkoo #diraamaa_afaan_oromoo #kaamettii #sirba_afaan_oromoo #arara_tv #solomon_alemu #jps #etv_afaan_oromoo #etv_news #fana_tv #oromo_music #solomon_alemu_official #eri #lato_media #solomon_adugna #dawit_girma_fufa #elellaan #qajeelummaa #gaarummaakee #araaraan #ulfina #goomaraa #yadesa_shiri #weedduu #amanamaa #hiree_jaalalaa #abbaa_malkaa #diraamaa_afaan_oromoo #christian_media #hafuura_qulqulluu #eebba #nagaa #gammachuu #tiksee #golgoota #jabinakoo #dawit_girma #araratv_worldwide #2025 #2017 #jps #mo'aa_tv #weedduu #afoola #new_song #bikila_kebede #waakkuu #faarfannaa #kakuu #rarraasee #egeree_media #oboro_media #wakjira_tube #aby_studio_official #protestant_mezmur #oromo_music #worship_song #amharic_worship #new_ethiopian_afaan_oromo_music #faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa_2022 #faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa_2023 #faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa_2024 #live_worship_afaan_oromoo #protestant_worship_song_2021 #comedian_eshetu #ethiopian_comedy #ebs_tv #amharicmovies2025 #comedian #drama #waldaa_warra_wengeelaa_oromoo #felowship #hiree_jaalalaa #adisu_gelchu #abbaa_malkaa #faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa #dur_dur #galeta_alemu #yitbarektamiru #yitbarek_alemu BURQAA... Yesuus si ka'umsi abdii du'aan kan jireenya laatu Boollaa waamtee kaastee dhaabda hin badu kan si amanatuu Lafa onaa iddoo homtuu hin jirree keessaatii burqaa yaasteetta Galaana irra karaa baastee galataan na ceesisteettaa Ergan yaaliikoo hunda fixee jalqabdee anaaf raawwattee Guyyaa gaddaaf boo'icha koo hundasaatti daangaa gootee Kakuukeen nan manaa ba'ee dadhabee karaatti hin hafne Gaachannikee na golboobe darbannaan dinaa nan dhoofne Sitti amanee manaa ba'ee anoo hin leeyyaane beekaa Fiixa hin baane ifaajni diinaa situ narra qabaa akeeka Dirree lolaatti naaf ba'ee na moosiseera humnikee Bakka hir'inakoo dhaabbatee situ ulaagaa na guuchisee Gaara yaaddessaa durakoo jabaa humnakeen jigsitee Dubbii afaan keetii mara raawwattee na agarsiistee Biyyan humnakoon hin dhaalle naaf duutee na dhaalchisteettaa Gaarummaaf ulfina keetiin boojuu na hirmaachisteettaa Jaallattee kan kee na goote maqaakee akkan faarfadhuu Hojii ati naaf hojjette ani yoomuu hin irraanffadhuu Dubbiinkee morgaakoo cimsee na dhaabe lafa ulfinaa Jalqabaaf xumura hin qabu danuudha tollikee narraa WARNING!! unauthorized download and republishing on any social media, reproduction, or distribution of this copyrighted work is illegal and may cause penalties for copyright infringement. @ / @tarikemidaksa