У нас вы можете посмотреть бесплатно Sheikh Abdulkariim Guyyaa Muraasaaf hidhamanii turan hidhaa bahan(kun biyya keessummaa/haasawa isani или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
@WaziirAbbaaMacca #Videon-kun-Kutaa-1ffaadha-itti-fufa Alhamdulillaah Sheyik Abdulkariim Ahmad (Ambuyyee) fi namoonni isaanii waliin hidhamanii turan 18 amma hidhaadhaa bahaniiru ~~~~~ Durumaa badii tokko malee hidhaman. Qaamni isaan hidhes maaliif akka isaan hidhe itti hin himne. Waan qabamaniif, waan hamma har'aatti hidhamaniif hin beekanu. Sheyik Abdulkariimis ta'ee namoonni hedduun isaan waliin hidhaman. Sheyikichi ''maaliif hidhamne, yakki nuraawwanne maali?'' jedhanii gaafataa turanillee qaamni deebii kenneef hin jiru. Oso olaantummaan seeraa kabajamee namoonni ajaja mana murtiitiin ala aangoo isaaniitti fayyadamanii nama hidhan, mirga namaa sarban seeratti dhihaatanii silaa haqniyyuu fira qaba ture. Olaantummaan seeraa kan kabajamu afaaniin osoo hin taane gochaani waan ta'eef. Yeroo barbaadan nama hidhanii yeroo barbaadan ammoo nama hiikuun seera kabachiisuu osoo hin taane qanxal godhanii finyoo seeraa kutuudha. ~Namoota hanga har'aatti qaama aangoo da'oo godhatee haaloo dhuunfaa ba'uuf hiixatee ol ka'een hidhaman, mirga isaanii sarbameefi seera cabeef eenyutu itti gaafatama? ~ Barnoota guyyaa hanga kana dhaabbateef eenyutu itti gaafatamummaa fudhata? ~ Maatii seeraan ala yaaddoo keessa galeef akkasumas karaa mana hidhaatti galgalaa ganama deddeebi'uun rakkataa tureef eenyutu itti gaafatama? ~ Walshakkiifi gaareeffannaa hawaasa muslimaa jidduutti uumameef hoo eenyutu itti gaafatamummaa fudhata laata? Ammar Tamam irraa