У нас вы можете посмотреть бесплатно Barsiisaa koo| Bereket Megersa| New gospel music video или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
ረቡኒ የተሰኘውን መዝሙሬን ደግሜ በአፋን ኦሮሞ ሰርቼዋለው ተባረኩበት 🙏 ዮሐንስ 20÷16 ኢየሱስም፡— ማርያም፡ አላት። እርስዋ ዘወር ብላ በዕብራይስጥ፡— ረቡኒ፡ አለችው፤ ትርጓሜውም፡— መምህር ሆይ፡ ማለት ነው። Lyrics :- Rabunii Ganama bariidhaan aduun utuu hin ba'iin Dukkani hammaatee guyyaa haaraan dhufuuf Keessikoo goolamee nagaarraa fagaatee Dhiphuu keessa bulee yaaddoodhaan maraatee Guyyaa saddafaatti barii barraaqaatti Sanbataan issayyuu biyya yihuudiitti Miillikoo sardamsuun utuu kaataa jury Iddoo awwalichat dhiyaadhee utuun jiru Ooh yaaddoon tokko dhufee keessikoo dhuunfatee urgooftuu diibataa harka kootiin qabe Eyyee waa'ee dhagaa guddaa iddoo awwaalaa Cufee ewnyutuu naa kaasaa jedheetan dhiiphadhee Oh dhugicharra caala gaaffichi baayyatee kana Sanaa jechaa iddoo awwaalaa gahe Eeyyee fagootti yoon laalu inni dhiphisee dhagichi inni guddaan konkolaateen agree Uggum yaa barsiisaakoo Dinqiidha barsiisaankoo Sagalee nagaatiin maqaakoo yoo waamu Gaaffiin narraa sokkee galati na guute Jireenyisaa baayyee na barsiisee ture Du'a mo'achuunsaa caalchisee na dhibee Uggum yaa barsiisaakoo Dinqiidha barsiisaankoo Du'a irratti Kan moote goota du'aa karate Weedduun sii weeddisaa kanarra baayyisee Kan hafu hin jiru Kan biraatiiffillee Weedduunkoo hundinuu si qoofaadhaaf malee Rabunii sin tajaajilaa ofiikoorraa bu'ee Of utuu hin qusatiin ulfina siif kennee Isa kaleessaa caalaa gad gad of deebisne Eenyummaa guutuudhaan uufinakoo dhiisee #bereket #megersa #new #afan #oromo #song #2025 #Barsiisaakoo #rebuni