У нас вы можете посмотреть бесплатно Divine TV Ethiopia (Waldaa Amantoota Humna Du'aa Ka'uu finfinnee) Channel YouTube Haaraan Banamera или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Divine TV Ethiopia (Waldaa Amantoota Humna Du'aa Ka'uu finfinnee) Channel YouTube Haaraan Banamera ll Welcome To Divine Tv Ethiopia Apostle Dr Waktola Chala Baga gara Divine TV Ethiopia Nagaadhaan dhuftan Divine TV (Waldaa Amantoota Humna Du'aa Ka'uu finfinnee) hundeessaaf abbaan mul'ataa waldichaa Apostle Doctor waaqtolaa Caalaa bara fulbaana 2005 kaasee naannoo finfinnee saaris haanna maariyaam jedhamutti mul'tni kun kan jalqabe yoo ta'u mana kiraayii kutaa tokko keessatti mul'tni jalqabe yeroo amman kana naannoodhuma kana lafa mataashee irratti hoji. Wangeelaa hojjechaa jirti hata'uyyu malee amma immo karaa marsaalee hawwasaa namoota biyya keessaaf ala jiraniif sagantaa qopheesinee qabatee dhufee jira. Divine jechuun jecha ingiliffaa yoo ta'u hiikan isaas humna waaqayyuummaa jechuudha Chaanaliin keenya kun tamsaasa tajaajila waldaa keenyaa fi tajaajila konfiraansiwwan, barumsa,lallaba,faarsaa,dhuga ba'umsa hojii aangoo waaqayyoo,gaaffif deebii hafuuratti amantoota jajabeessu waan isin biraan ga'uuf nu hordofuu hin dagatinaa lokeshinii aarmaan gadii tuquudhaan dhuftanii hirmaattu eebbichaa ta'uu dandeessu Teessoon finfinnee,saaris,naannoo tulluu ejersaa(hannaa maariyam)gullitii Karaa gamoo olif biraan gad seentanii nu argattu Guyyaan sagantaa keenyaa Dilbata ganama 3:00-7:00,waaree booda 10:00-1:30 Roobii ganama sagantaa soomaaf kadhata 3 2:30-6:30 galgala 11:00-1:30 sanbata duraa ganama 2:30-7:00 sagantaa fayyinaa waan qabnuuf dhuftanii hirmaattuu eebba kanaa akka taatan jaalala waaqayyootiin hafeeramtaniittu Odeefannoo dabalataaf +251921295411,+251913578991,+25913183725 Follow us on Website www.adw.org.et Email :_ [email protected] Address :_https://maps.app.goo.gl/n5QYbwrVBm5Nj... / 18guukjtrc Ticktock https://www.tiktok.com/@apostlewaktol... Linked https://www.linkedin.com/in/apostel-d... etv afaan oromoo,liveworshipafaanoromo,natnael tamene,ifa terefa,fenan befkadu,yadeni merga official,yadesa shiri official,kingdom sound,tamagn muluneh,asegid abebe official,solomon alemu official,lidiya derese,ilaamee records,dawit girma fufa,arara tv world wide,geme biratu official,solomon adugna official,ethiopian,dawit girma,oboro media,egeree media,jaleta nemera,meskerem getu,yitbarek tamiru,jcp church,wakjira tubemezmur protestant,protestant mezmur,dawit getachew,misgamaye amare,kalkidan tilahun hanba worku,addisu terefe,love and care,live worship song 2024,lidiya gossaye,zema for christ,wetmedu tesebere,pastor endale woldegiorgis,live worship song,kingdom sound worship night,tefetseme,hana tekle new album,rdiet yirgu,live worship,kingdom sound,kaleab mengistu,kingdom worship,rahel alemayehu,aster abebe