У нас вы можете посмотреть бесплатно Khuxbaa Ajaa'ibaa! Lubbuu Ofii Qulqulleessuu! или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Khuxbaan tun Khuxbaa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isii dhaa #Lubbuu_Ofii_Qulqulleessuu jetti. Milkiin Diinii, Duniyaa fi Aakhiraa Lubbuu Ofii Qulqulleessuu kheessa jirti. Waan Fokkootaa cufarraa of Qulqulleessuu dha: Shirkiirraa, Munaafiqummarraa, Kijibarraa, Histirraa, waan hamaa je'ame cufarraa Lubbuu Ofii Qulqulleessinaan Milkoyne. ● Lubbuu ofii Qulqulleessurratti Wantoota nu gargaara kheessaa: 1ffaa. Towbaa Qulqulluu taate gama Rabbii Deebi'uudha. 2ffaa. Istighfaara Heddummeessuu dha. 3ffaa. Rabbiin waliin Maqoo Bahuu dha. 4. Saahiba Gaarii Qabaachuu dha. Daawwadhaa waliifis share godhaa Beekumsa Guddaatu keessa jira. Baarakallaahu fiikum 👏♥ #subscribe #hakimhassen34 #khuxbaa #islam