У нас вы можете посмотреть бесплатно Halleellaa US fi Israa'el gaggeessaa jiraniin qondaalonni waraanaa Iraan ajjeefaman или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Qondaalonni waraanaafi siyaasaa olaaoon Iraan haleellaa USfi Israa'el qindoominaan gaggeessaa jiraniin ajjeefamuu miidiyaan Israa'el madda oduu Rooyitars waabeffachuun gabaase. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Israa'el pirezidaantii Iraanifi gaggeesaa olaanaa biyyattii Ayaatolaa Ali Kaameenii irrattis xiyyeeffachuun haleellaa gaggeessiteetti. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #usa #usarmy #trump #donaldtrump #bbcafaanoromoo #bbc #usa #fuel #iranisraelconflict #conflict #bbcnewsafaanoromoo #middleeast #iran #drone #war #china