У нас вы можете посмотреть бесплатно 'Naa guutuu dideeti malee ani hoolaa hatee biyyaa hin baane' - Daawwitee | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Artist Daawwitee Mokonniin waggoota 30 oliif walleewwan aadaafi ammayyaan maqaa guddaa horate. Ammallee sirbuutti jira. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ 'An dhufeen jira', 'Beenu Ka'ii', 'Mee Xiqqoo gad taa'imee', 'Yaa Saawwakoo' fi sirboota hedduun jaalatama. Ammoo miidiyaarraa badeera. Eega biyyaa bahees biyyatti hin deebine. Sirbi isaa tokkommoo Afaan Amaaraan dalagame ijoo dubbii ta'eera. Turtii addaa BBC waliin taasiseen gaaffii hedduu gaafanne. Waan haaraa danuus dubbate. Dhihaadhaa! 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #music #oromoo #ethiopia #daawwitee #andhufeen #ethiopianmusic #diaspora #exile #sirba #weellisaa #oromomusic #habeshamusic #bbcafaanoromoo #bbcnewsafaanoromoo #andhufenjira #dawite #DawiteMekonen #ethiopian #አንችነይማ #art #artist #ethiopianews