У нас вы можете посмотреть бесплатно Sheikh Amin Ibro Waan Soomana Nama Jala Balleessu | Dogoggora Ramadaanaa Namaa Ajrii Dhabsiisan или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
QajeelWay chaanaalii YouTube Islaamaa Afaan Oromootiin dhiyaatu yoo ta’u, da’awaa, gorsa qalbii, barnoota Qur’aanaa, seenaa Sahaabaa, nashiidaa Islaamaa fi yaada jireenyaa Islaamaa dhiheessa. Kaayyoon keenya: – Amantii (Islaamummaa) jabeessuu – Qalbii namaa sirreessuu – Aakhiraa yaadachiisuu – Jireenya Islaamaa irratti qajeelchuu Chaanaalii kana keessatti: 📖 Qur’aana dhaggeeffattu 🗣 Gorsaa fi nasiha argattu 🧕🏽 Seenaa Sahaabaa barattu 🎶 Nashiidaa Islaamaa dhaggeeffattu 📢 Da’awaa Afaan Oromootiin dhiyaatu argattu 👉 Yoo chaanaalii kana jaallatte: ✔ Like gochuu ✔ Share gochuu ✔ Subscribe gochuu hin dagatin “Rabbiin karaa sirrii nu haa qajeelchu – QajeelWay waliin!” 00:00 – Seensa (waa’ee soomanaa fi barbaachisummaa isaa) 01:10 – Hiika soomanaa fi kaayyoo isaa 02:30 – Soomana wanti balleessu maal fa’i? 03:50 – Mubtillaa jalqabaa: Nyaachuu fi dhuguu ta’anii 05:15 – Ragaa Qur’aanaa: “Kuluu washrabuu…” 06:40 – Nama soomanaa dagatee nyaate 08:00 – Hadiisa Abu Hurayrah (Rabbiin isa nyaachisee dhugsiise) 09:20 – Hukmii nama dagachuun nyaate (qadaa hin qabu) 10:40 – Nama dirqisiifame nyaachuu ykn dhuguu 12:00 – Aayah: “Rabbanā lā tu’aakhidhnā in nasīnā aw akhṭa’nā” 13:20 – Nama yeroo dogoggore (fajri hin seene jedhee nyaate) 14:40 – Seenaa Asmaa bint Abi Bakr (guyyaa duumessa) 16:00 – Yaada Ibn Taymiyyah (qadaa hin dirqamu) 17:20 – Yaada Ibn Uthaymeen (Nabiyyiin qadaa hin ajajne) 18:40 – Garaagarummaa dagachuu fi beekkanii nyaachuu 20:00 – Mubtillaa sadaffaa: Qufuu (qufuu ofiitiin) 21:30 – Hadiisa: “Namni qufe ta’uun dirqame…” 22:40 – Dogoggora baay’ee namoonni raawwatan 23:40 – Gorsa fi akeekkachiisa warra sooman 24:30 – Xumura & du’aa’i