У нас вы можете посмотреть бесплатно 05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 NAMNI HARKA WAAQAYYOO KEESSATTI EEGAMU Namni harka waaqayyoo keessatti eegamu maal attamittiin irraanfatamaa Namni harka waaqayyoo keesssatti eegamu maal akkamittiin dagatama (2) Waantan gatamee dhiifame Yoo fakkaate gowwootatti Jallootatti barri yoo dukkanaa’e anaafoo gara bariiti Sobdootatti barri yoo dukkanaa'e anaafoo gara bariiti Hamootatti barri yoo dukkanaa'e anaafoo gara bariiti Maqaa isaatti waamamee eenyuutu dagatame Ulfina argate malee karaan itti baafame (2) Naanis takkaa nan dagatu nan irraanfatu Amma karaa natti baasutti hin boqotu (2) Maqaa isaa utuun amanadhu hin gatamu Kanaaf bitaa fi mirga ilaalee hin raafamu (2) Daani'eel irratti mootii biraa labsiin baafamee Boolla leencaa keessati yeroo qabamee darbatamee (2) Maqaa waaqayyo amanate malee hin raafamne Waaqayyos isa oolcheera inni hin nyaatamne (2) Har'as narratti labsiin kamu yoo baafamee Waaqayyo takka nan gatu erga na waamee (2) Waaqa tolfamaaf sagaaduuf waaqessuu waan didaniif Meesaak Saadirak Abdineegoo abiddatti darbatanii (2) Garuu isaan hin yeellaasifnee Waaqayyoonsaanii Abidda keessa harka qabee isaan baase inni (2) Warra maqaa isaa amanatan Inni hin gatuu Eegumsa addaa isaaniif godha hin dagatu (2) #Farfannaa Afaan Oromoo #Jireenyaafi Dammituu