У нас вы можете посмотреть бесплатно Michoonni Iraan jajjaboon Raashiyaa fi Chaayinaan maaf callisan? | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Michoonni Iraan Chaayinaa fi Raashiyaan eessa jiru? Ameerikaa fi Israa'el biyyootni humna waraanaa fi ittisaa cimaa qabaan erga Iraan waliin wal haleeluu eegalanii guyyootni lakka'amaniiru. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Biyyootni Baha Giddu Galeessas kallattiin waraanicha keessatti hirmaachuu baatanis haleellaa misaa'elaa fi Dirooni Iraan bufata US tti dhukaaftu qolachuun hirmaataa jiru. Biyyootni Awurooppaa biroo heddus Iraan haleeluuf doorsisaa jiru. Garuu Iraan hanga yoonaa qofaa ishee lolataa jirti. Michootni Iraan jajjaboon Raashiyaa fi Chaayinaan maaf callisan? Maaliif Iraanif tumsuurraa duubatti jedhan? 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #usa #usarmy #trump #donaldtrump #bbcafaanoromoo #bbc #airforce #attack #usa #iranisraelconflict #conflict #bbcnewsafaanoromoo #iran #drone #war #israel #middleeast #ayatollah #alikhamenei #death