У нас вы можете посмотреть бесплатно Iraan akkamiin waraana guddaa kan qaban US fi Israa'el dura dhaabbatte? | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Iraan Addunyaarratti hunma waraanaa guddaa kan qabdu US fi Baha g/g keessatti waraana guddaa kan qabdu Israa'eel dura akkamiin dhaabachuu dandeesse? 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Iraan michuuwwan US biyyoota Galoo galaanaa irratti xiyyeeffachuun haleelaa jirti. Haleellaan Iraan iddoowwan qiyyaafannoo waraanaan alatti, iddoowwan nagaa fi buufataalee boba'aarrattis kan xiyyeeffatedha. Waraanni kun saffisa olaanaan babal'ataa jira, Qophiroos fi Libaanos illee guyyoota dhiyoo ofitti harkisaa jira, waraana laafaa jiru miti. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #usa #usarmy #trump #donaldtrump #bbcafaanoromoo #bbc #airforce #attack #usa #iranisraelconflict #conflict #bbcnewsafaanoromoo #iran #drone #war #israel #middleeast #ayatollah #alikhamenei #death