У нас вы можете посмотреть бесплатно 🔴 Putin Mojtaba Maaliif Tumse? Iccitii Missile Iran Haaraa или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Oromia 24 News *Iccitii Haleellaa Misaa'elaa "Waadaa Haqaa 4", Tarsiimoo "Khaybar" fi Deeggarsa Raashiyaa-Chaayinaa | Xiinxala* Har'a muudama Hogganaa Haaraa Iraan (Mujtabaa Khaamene’ii) hordofee, "Kennaa Ayyaanaa" sodaachisaa Iraan Israa'el fi Ameerikaaf ergite, akkasumas madaallii humnaa addunyaa xiinxalaan qabnee dhufneerra: 1. *"Kennaa Ayyaanaa" (Waadaa Haqaa 4):* Iraan muudama hogganaa haaraa ishee kabajuuf, misaa’elota ulfaataa fi dirooniiwwan hedduu kallattiin gara Israa’el fi buufataalee Ameerikaatti furguggeessiteetti. Eegduun Warraaqsa Iiraan (IRGC) "Hanga diinni jilbeenfatutti haleellaan hin dhaabbatu" jechuun labseera. 2. *Iccitii Misaa'ela "Khaybar":* Iraan gosa misaa’elaa gaachana Israa'el cabse kana maaliif dhoksite? Tarsiimoon maqaa "Khaybar" jedhu waliigalaan fayyadamuu (diina burjaajessuuf) akkamitti hojjeta? 3. *Deeggarsa Puutiin fi Chaayinaa:* Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadimiir Puutiin deeggarsa cimaa fi obbolummaa Iraaniif qabu Mujtabaadhaaf mirkaneesseera. Chaayinaan gama isheetiin Ameerikaa akeekkachiisuun Iraan cinaa hiriirteetti. Vidiyoo kana keessatti tarsiimoo waraana xiin-sammuu (Psychological warfare) fi gamtaa Sibiilaa bal'inaan hordofaa. Subscribe godhaa, share gochuun yaada keessan nuuf barreessaa! 👉 YouTube: / @oromia24news 👉 Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?... 👉 Telegram: https://t.me/Oromia24Newsa *Topics Covered:* Operation True Promise 4 Iran strikes Israel, Iran fires Khaybar missiles at Israel and US bases, IRGC vows to continue attacks, Why Iran hides its missile names strategy, Putin congratulates Mojtaba Khamenei, China warns US over Iran, Middle East war escalation, Oromia 24 News analysis. #Iran #Israel #USA #Putin #China #Khaybar #Missile #IRGC #Xiinxala #Oromia24News #War