У нас вы можете посмотреть бесплатно Luulaan osoo moodeelingii na barsiiste natti tola! или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! https://storm-visage-3... Luulaan osoo moodeelingii na barsiiste natti tola! #ijoolleeqaxalee #DonkeyTube #Absaalaat Keessumaan keenya har’aa Absaalaat Fitsum jedhamti. Absaalaat daa’ima qaxalee waggaa saddeetii yommuu taatu waa’ee biyyaa, amantaa fi safuu hawaasaa, umrii ishee caalaa kan beektu dha. Hawwiin ishee fuulduraa Doktara ta’u dha. Akkasumas moodeelingii barachuufis hawwii guddaa qabdi. Qophii kana irratti Absaalaat turtii bashanansisaa fi nama barsiisuu koomeediyaan Isheetu waliin kan taasistee yommuu ta’u isinis qophii kana hanga dhumaayti ilaaltanii waa akka irraa buuffatan isin affeerra. Turtii gaarii isiniif haa ta’u. Koomeediyaan Isheetun warri Ijoollee isaanii fuulduratti waan dubbatan, dhagahanii fi hojjatan irratti of eeggannoo guddaa gochuu akka qaban ni amana. Sababni isaas ijoolleen akkasitti waa'ee addunyaa baru. Warri yeroo hunda haasaa jibbiinsaa hasa'aa fi dhaggeeffachaa kan jiran yoo ta'e daa'imni dhiibbaan guddaa akka irra ga'u ifadha. Egaa kaayyoon qophii kanaa guddaan ge'eessonni hirriba gadii fagoo isaan keessa jiran irraa dammaqsuudha. Akkasumas qophii Kana Keessatti warri isaanii waa'ee sabaa, namummaa, jaalala, nagaa, safuu, fi egeree addunyaa ijoolleen isaanii waan jedhan fi yeroo keessummeessan Koomeediyaan Isheetuu waa'ee addunyaa isaan gaafatu maal akka deebisan dhageessissuu barbaada. Agarsiisni kun ga’eessotni akkaataa ijoollee isaanii of eeggannoodhaan guddisan barsiisuun, odeeffannoo hin barbaachifne irraa akka eeganiif kan qophaa’edha. ✅Foolowi fi sabiskiraaybi kanaan gadirratti nu godha! Facebook: / eshe.melesse Instagram: / comedian.eshetu TikTok: / comedian_eshe. . Donkey English / @donkeyenglish Donkey በጎ / @donkeybego Donkey Tube Academy / @donkeytubeacademy #IjoolleeQaxalee #DonkyTubeAfaaOromoo #DonkeyTube #AfaanOromo #Dinklejoch #Dinqlejoch #ComedianEshetu #ድንቅልጆች #LoveStory #Officials #Tiktok #Live #DonkeyTube #AfaanOromo #BaacooAfaanOromoo #TopNewComedy #OromooCartoon #TubeComedyVideo #TodayfunnyVideo #NewfunnyComedy #TubeCommedyVideo #HibbooAfaanOromoo #AnyComedyVideo #NewComedyYouTubeChannel #NewJokes