У нас вы можете посмотреть бесплатно Masanqoo fi Geerarsa / Haasaa Ijoollee Bakkoo, Horroo, Naqamtee, Gimbi| Habtaamu G или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
#Geerarsaa fi wallee #oromoo #Masinqoo dhaan yoo barbaaddan kunooti. Walaloon armaan gadii kuni suur_sagalee kana keessaa kan fudhatamedha. ................................. Kan akka jimmaa hin jiruu Kan hiyyeessaaf foon hiruu Haasaa ijoollee Naqqamtee Xiqqoo tokko naaf gamte Haasoftii ijoollee gimbii Lola argannaan himbii Haasaa ijoollee baakkoo Achumaan nyaanna maangoo Haasoo ijoollee gabatee Xiqqoo tokko naaf gamte Haasoo ijoollee fincawaa Haasoo ijoollee guduruu Kan konkonni foon muruu Kan koomeen lafa uru ................................. Haaduu jechaan qallamee Maal gootu murtuu raafuu Dhiira jechuun oromoo Maal gootu dhugduu baaduu ............................... Qotiyyoon waliin qotte osoo wajjiniin hiikamte Akka isheen dheeda toltu Hiriyyaa waliin duulte osoo wajjiin galtee akka isheen deema toltu ----------------------------------- 🚩 Connect with me on👇👇 ✅ Facebook 👉🏿 / lamishow-tube-106923515105327 ✅Telegram 👉🏿https://t.me/Lamishow 🔔 Youtube👉🏿 / @lamishowtube ------------------------------------- Yoo yaada qabaattan suur_sagalee kana jalatti naaf barreessaa. Let me know if you have any questions in the comments. Cheers!