У нас вы можете посмотреть бесплатно New Oromo Masanqoo fi Geerarsa Music/ Baalabbaata maaf jibbuu baala baattuu dadhabne | Habtaamuu G. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
#Geerarsaa fi wallee #oromoo #Masinqoo dhaan yoo barbaaddan kunooti. New Oromo traditional music. Walaloon armaan gadii viidiyoo kana keessaa kan fudhatamedha. ................................. Lammiin nuuf yaaduu diddee Ishee gartokkeen foonii Ishee dhiigni walkeessaa Ijoollee oromoo Iddoo duuti hin jirre Eessa haadha koon geessa? .................................................................... Baalabbaata maaf jibbuu Sangaa Namaaf ergisa Birrii namaaf liqeessa Baala Baattuu dadhabne Baalabaattuu ishee boroo Guyyaa kosiirra fiigdi Akka saroota keenyaa Qullaa ishee gangalatti Akkka Harroota keenyaa ................................. Huuqqatteef Miilli hin cabduu Gaara hin baatu malee Hiyyoomtee dhiirri hin haftu Haati ilmoo isheen dadhabduu Yoo Nyaattuu Taate malee ......................................... ----------------------------------- 🚩 Connect with me on👇👇 ✅ Facebook 👉🏿 / lamishow-tube-106923515105327 ✅Telegram 👉🏿https://t.me/Lamishow 🔔 Youtube👉🏿 / @lamishowtube ------------------------------------- Yoo yaada qabaattan suur_sagalee kana jalatti naaf barreessaa. Let me know if you have any questions in the comments. Cheers!