У нас вы можете посмотреть бесплатно KARAA KRISTOOS || LIVE WORSHIP || или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
KARAA KRISTOOS || N E W L I VE W O R S H I P || Inni arjummaa karaa Kristos Yesus nuuf godhe sanaan, bara dhufu hundumaattuu baay'ina ayyaana isaatii isa hammas hin jedhamne argisiisuudhaaf kana godhe*. Efesoon 2:7 L Y R I C S 🤝 Hamaa yaaduuf hojjechuu koon, Orma diina kees kanan ture Si barbaaduufoo hafuuraan du'aadha Jaalala kee eessan bare? Karaan beeku si hin barbaadu, Dhugaan beeku hin hubadhu Jireenyatti hedduu fagoodha; Du'aan ture hin miireffadhu Amma garuu, Karaa Kiristoos na jiraachifte Jireenya dhugaa anaaf kennitee Eebba waaqarraa na eebbifteetta Jaalala keen na firoomfatte Na ajaayibeera akkaata ati itti garakoo dhuftee foannankee Nama akkakoof jireenya ha ta'uuf Atoo hin mararfanne ilma kee Hammi araara kee baayyee baayyee Yakka kankoo irra caalee dadhabbii kankoo irra caalee Waaqniif lafti utuu hin umamini Na fo'atte jaalalaani Akkan dhaaphuuf dhufee fuulakee Naaf baay'iste araarakee At dursitee Beekumsa ofiikeetiin na fo'attee Yaadaan na qabdee ofit na waamtee Guddina ayyaanakee mul'isteetta Karaa ilma keetiin na simattee Akkam dinqiidha fayyisuunkee