У нас вы можете посмотреть бесплатно Na Wal'aani : Eyasu Bayisa (New gospel Music Lyrics) или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Lyrics Dhukkubsadheen dhufe wal'aansa barbaachan fuula keetti argame Yaada garaa kootu Akka fedha keetti adeemuu dadhabe Fayyaalessuummaa koo hunda akka ilaaltu fonqolchitee mara Waanta siif hin taane akka ati buqqiftuuf Yesus sitti of kenneera Na wal'aani waamara koo Sisirreessi toorasaa hundumaa Humnin ittiin siif bitamu kankoo miti Yesus si harka jira ×2 #1 Dhi'ee hamma bari'u si'iin gammachiisuuf garaankoo ni hawwa Akka yaadaaf fedhakeetti deddebi'uuf yaadeen adeemsa jalqaba Ammas guyyaan haaraan yeroo naaf dabalamu akkum kaleessaati Deddeebii nuffisiisaa yaada qofaan guutame kan hin hiikamne hojiitti ×2 Ammaa kaasee kun hunduu na haa ga'u Na jijjiiri akkan si qofaadhaaf ta'u Ayyaana keeti kan kana gochuu danda'u #2 Ba'aan keessan kan isinitti ulfaate Kan dadhabdan hundi gara kootti koottaa Ba'aa keessan isin irraa fuudheen Lubbuu keessan ani nan boqochiisa Akka jette ba'aakoo baattadheen Laafinakoo hundamaa sitti himaa Gara keettan fiiga Furmaannoo si bira ×2