У нас вы можете посмотреть бесплатно Yesus JECHAA JECHATTI Eessatti Ani Waaqayyo na waaqeffadhaa Kan Jedhe? или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
I found this video useful, so I translated it to the best of my ability. Use this link to find the first video I translated from. I apologize for the minor mistakes I make. Chaanaaliin kun wangeela misliimota oromoo biraan gahuuf kan dhaabateedha. Irra caalaatti garuu amantoota wangeelaaf fayyada. Sababiin isaas macaafni qulqulluun akkana jedha:- Kristosiif garuu akka gooftaatti garaa keessan keessatti ulfina addaan ba'e kennaaf! Waa'ee abdii isin keessa jiruuf, nama isin gaafatee, deebii isin irraa barbaaduuf, deebii ga'u deebisuudhaaf yeroo hundumaa qophaa'oo ta'aa! (1 Phexros 3:15) Jedha. Erga akkas ta'e, nuti akkaataa musliimotaaf deebii itti keennuu qabnu baruun nurraa eegama jechuudha. Amantaan musliimotaa maal fakkaata isa jedhu baruun keenya, dhugaa nubira jeru, isa jiraanya bara baraa jennu akkaataa itti himuu dandeenyu akka beeknuf nugargaara. Kanaaf chaanaalii kana guddisuun amantoota wangeelaa biraan gahaa. Waan maatii chaanaalii kanaa taataniif Galatoomaa. Akkasumas kitaabota fi barreeffamoota gaggabaaboo amantaa islaamaafi kiristaanummaa irratti xiyyeeffatan argachuuf liinkii telegraamii kana tuqaa join godhaa. Baay'ee irraa fayyadamtu. https://t.me/dhugaanniboqachiisa