У нас вы можете посмотреть бесплатно Pirezdaantiin Keeniyaan Yuunaayitid Isteetisi Daawwatan или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
qophii Kamisa harraa keessatti: 0:00 Itiyoophiyaan Yuunaayitid Isteetis Waliin Karaa Toora Isaa Eeggateen Dubbachuuf Qophiidha Jette 3:46 Keeniyaan Biyyoota “NATO” Ala Jiran Keessaa Afiriikaa Uffee Sahaaraa Gadiirraa Biyya Jalqabaa Michuu Yuunaayitid Isteetisi Taate 5:51 Humni Waraanaa Koongoo Fonqolcha Mootummaa Fashale Keessatti Lammii Ameerikaa Sadaffaa Hirmaate, Jedhu Maqaa Beeksise 10:16 Duula Filannoo Prezidaantummaarratti Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp Sagalee Dubartotaa Hawachuurratti Wal Dorgomaa Jiran 14:35 Gooroo Doolaa Keessatti Mormiin Barattootaan Walqabatee Barattootni 12 Hidhaamuun, Barattoonni Dubbatan 19:35 Afrikaa Kibbaa Keessatti Talaaliin Dhukkuba Sombaa Ittisuuf Abadachiisaadha, Jedhame Yaaliif Kennamaa Jira 26:00 Godaantonni filannoo Yunaaytid Isteets irratti sagalee kennuu danda’uu? Ka guyyaatti walakkaa sa’aatiif tamsaasamu Sagaleen Ameerikaa – Sagantaan Afaan Oromoo oduu, gaaffii fi deebiilee, akkasumas qophiiwwan dhimmoota aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonnaa, misooma fi ispoortii ilaallatan qabatee Wixataa hanga Jimaataattigalgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhaggeeffatoota isaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa keessaa jiran bira gaha.