У нас вы можете посмотреть бесплатно Yaa Tsiyoonii tiyyaa Faarfataa Roobaa Amaan или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Yaa Tsiyoonii kiyyaa Biyyattii (bareedduu)x2 Lubbun koo in gammaddi Yommuun ol si yaadu Ijji foonii sin argine Harki namaa sin qaqqabne Qulqullittii biyya dhugaa Yaadaan dhume yoom si arga Namni baayyeen dhaaluuf bahee Daandii shakkee ni ddebi'ee Biyya dammaaf aannan baatu Dhiibbaaf rakkoon achi hin jirtu Qulqullootatti dabalamee Ijoollee xiyoonii jedhamee Nan irraanfadha hundaa Goonfoo kootii Rakkiin ammaa kuni homaa miti Ulfina isaaf kenna ammalle ammallee Xiyoon galee faarsuuf kaadhimame anillee Xiyoon galee faarsuuf waamameera anillee Hoolicha ibsaa qabdaa beekee Hawwee hawwee seenaa kankee An keessummaa biyya lafaa Hojii fixeeto amma dhufaa Sichoo nan adeemaa suutan tittiradhee Gonfoo koo fudhachuuf figicha raawwadhee Booji'uudhaaf laadhaa gatii akkan salphaan Xiyoon galaa mitii Adaam ka bahee ishee kana Achit galee amma bashannana Sichoo nan adeemaa suutan tittiradhee Gonfoo koo fudhachuuf figicha raawwadhee