У нас вы можете посмотреть бесплатно F/taa D/n Abebaw Teferra Yaa Gooftaa danda'aa koo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa. F/taa D/n Abebaw Teferra **************************** Yaa Gooftaa danda'aa koo(2x) Ati beektaa waa'ee koo Kan koo si qofaadha abdiin koo ************************ Gara keen ilaalee gadda gammachutti An eessayyuu hin dhaquu gaaddisa koot atii Dubbiin sagalee kee anan na jabeessaa Yaada keessa kootiif ni ta'a ga'umsaa *********************** Sitti kennadheera ani jireenya koo Natti haa hafu hundisaa si malee gooftaa koo Si wajjiin jiraachudha hawwiin koo inni guddaa Gargaaraa akka keetii eessattan argadha *********************** Sittan mari'adhaa dhoksaa garaa kootii Na simadhu adaraa dhiifama keen atii Nan salphistu egaa naaf taataa da'oo koo Narra addan hin ba'in eegumsi kee abbaa koo ************************ Siifan du'a jedhee afaan isaan firri koo Na dhiisee darbeeraam arge kufaatii koo Jaalala kee guddaan at na kununsitee Madaa garaa kootii harka keen fayyistee ************************ Obboleessa keenya F/taa D/n Abebawu Teferra Waaqayyoon sagalee jireenya isa ha dhageessisu. #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos. Well come to Our Youtube Channel '#ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel. © All rights reserved Join Our Youtube channel MemberShip / @roobaanuuf Visit SBOO https://afanoromobatch.com Visit Learnonces https://learnonces.000webhostapp.com