У нас вы можете посмотреть бесплатно Faarsaa haaraa bara 2020 'Isheedha haati Waaqayyo' или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa. ************************* Isheedha haati Waaqayyoo isheedha nuuf araarsittuun Waaqni dhiifamaa isaaf karaa ishee nuuf dhufee Maariyaam Maariyaam jenne beella'un keenya hafee ******************** Abbaan samiirratti ishee filaaterraa Ilmis ayyaananni isheerraa buleerraa Afuurii qulqulluun ishee golbobeerraa Waaqan waan filaamteef addaa isheen hundaarraa ********************* Maqaa kee yoon waamu dammaan guuta afaan koo Kannaaf daddabalee si waame giiftii koo si waame haadha koo ********************* Misiraachoo guddaa Gaabri'ellin ergamee Hawwii bara dheeraa dhufee sitti himee Adaamiin fayyisuuf guyyaansaa ga'eerraa Waaqayyoon ni deessa fedhaa isaa ta'eerraa ********************** Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo Kannaaf daddabalee si faarsaa haadha koo si faarsaa giiftii koo *********************** Qulqulluun Daawit ishee arguuf hawweerraa Maqaa ishee ol kaasse baganaan faarseerraa Abbaa Hiriyaaqoosis baay'ee si jaallattee Waa'ee ishee lapheensaa gammachuun dubbaatte ************************** Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo Kannaaf daddabalee si waame giiftii koo si faarfaadhe haadha koo ********************** Dhiigaasaa lolaasa dhiphuu keenyaa baatte Gaaffa faannoo sanii waan gooftaan dubbatte Harmee koodha isheen kunno sif ladheerraa Waadaan guyyaa sana laphee koorraa jira *********************** Maqaa ishee yoon kaassu dammaan guuta afaan koo Kannaaf daddabalee si faarfadhe haadha koo si faarfaadhe haadha koo *************************** #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos. Well come to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel. © All rights reserved Join Our Youtube channel MemberShip / @roobaanuuf Visit SBOO https://afanoromobatch.com Visit Learnonces https://learnonces.000webhostapp.com