У нас вы можете посмотреть бесплатно Faarsaa afaan oromoo kan Takliye "Taaklahayimaanot nuuf kootu ati" или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa. ********************* Ulfinni kee kennaan kee jabaa Simboo keettu harkaa nuu qaba Gootichaa abbaa amantii Taaklahaymanoot nuuf kootu ati ******************** Biyya lafaarraa kan addaa baatte Waaqayyo keettif kan kadhimamtee Biyya keenyaf ati har'a kennaadha Ajaa'ibaa keettu nuuf raggaadha ********************* Kabajaa Waaqattu si badhasee Eebbaa kee hundaa keenyaf facaase Mana kee jiraanna nuus kanaafi Kakuun kee har'as humna qabafi ********************* Kadhaa keettin nuun har'a geenyerraa Barumsaa amantaa sirraa barreerraa Inni ati nuuf kadhattee waaqa bira Har'as nuu eeggaa nuufaana jira ********************* Nuttis jabaanne akka dhabanu Amantiin guutun akka jiraannu Harkaa keenya nuuf qabii abbaa keenya Sin si ilaalee jabaanne teenya ********************* #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos. Well come to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel. © All rights reserved Join Our Youtube channel MemberShip / @roobaanuuf Visit SBOO https://afanoromobatch.com Visit Learnonces https://learnonces.000webhostapp.com