У нас вы можете посмотреть бесплатно Itoophiyaan ulaa galaanaa gaafachuun maal buuseef? | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Itoophiyaan waggaa dura ulaa galaanatti ishee baasu akka barbaaddu erga ifa gootee booda biyya keessa gammachuu, biyyooti ollaammoo muddama seenaniiru. Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Waggaa booda gaaffiin ulaa galaana Itoophiyaa maal milkeesse? Gaaffiin Itoophiyaa yoom deebi’a? Imalli Galaana Diimaatti bahuu walakkaa ol deemeera jedhame maal jechuudha? Qopheessitoonni: Ammayyuu Ittaanaafi Hiikaa Fiixasaa 00:00 Seensa 01:30 Itoophiyaan ulaa gaafachuun maal milkeessite? 08:13 Imala Galaana Diimaa Itoophiyaa 13:23 Gaaffiin ulaa Itoophiyaa eessa gahe? 17:10 Itoophiyaa ulaa maaf barbaadde? 22:19 Gaaffiin ulaa Itoophiyaan yoom milkaa'a? 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #RennaisanceDam #america #trump #gerd #dam #OurDam #ethiopia #eritrea #abiyahmed #itoophiyaa #redsea #somaliland #somalia #security #hornofafrica #bbcafaanoromoo #sea