У нас вы можете посмотреть бесплатно Warashaan Sukkaaraa Fincaa’aa Birrii Biliyoonaan Lakkaa’amu Kasaaruun Ibsame или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
0:00 Magaalaa Allaamaaxaa Keessatti Hiriirri Mormii Gaggeeffame 2:25 Bulchiinsa Naannoo Amaaraa Keessatti Angawoonni Nannoo Lamma Ajjeefamaniiru 5:24 Baqattonni Sudaan Kanneen Naannoo Amaaraa Keessaa Godaansa Marsaa Lammataaf Saaxilamne Jedhu 7:16 Humnii Saffisaa Kan Sudaan Hospitaala Irratti Saaminsa Geggeesse 8:55 Magaalaa Paaris Keessatti Dilbata Kaleessa Hiriirrii Geggeeffame 11:15 Doonaald Tiraamp Mana Hidaa Ni Seenuu? Xiinxaltoonni Maal Jedhu? 16:56 Warashaan Sukkaaraa Fincaa’aa Birrii Biliyoonaan Lakkaa’amu Kasaaruun Ibsame 22:46 Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.