У нас вы можете посмотреть бесплатно Faarsaa Afaan Oromoo 'Ergamaa gammachuu Gabri'eli' kan baay'ee namatti tolu dhaga'uuf или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo. *************************** Ergamaa gammachuu Gabri'elli Nutti si waamannaa nuu duukaa ta'i Ergamaa gammachuu Gabri'elli Nutti si waamannaa nuu faana ta'i *************************** Abiddichaa keessa kan galan Ijoolloonni sadan Waaqatti amananni Ariiffanan samiirraa barriissee Abiddaa fannoon qabaneesissee *************************** Yeroo qorumsaa nuu dukkaa ta'a Qulqulluun Gabri'el nuu faanan ta'a Daandiirraa taa'ee diini akka nu hin xuqnee Gabri'el nuu eeggii abdii si godhane *************************** Gammachuu samiirraa kan nama fiduu Aangoon kee guddaadha si qabadhee hin gadduu Nutti si waamna ergamaa Raamaa Bakki hir'uu keenya sin guutammaa *************************** Ijoollee Waaqayyoo kan jajjaabeessu Kan ergamee dhufee nuu gargaaruu Hardhaa si waamna nuu eebbissii Ati nuu eeggii nuu jajjaabeessi. *************************** Waaqa tolfamaafi hin sagaadnu jedhaa Bishaan buluqaattis gadi darbatamaa Ergamee ni dhufee Waaqa birra Isaaniin ni olchee qorumsiiicharraa *************************** Warra waamu hundaaf kan jajjaabeessu Bakka qorumsaattis namaan dagattuu Eegumsii kee hundii nurraa adda hin ba'in Yaa ergamaa ifaa nurraa hin fagaattinni. *************************** #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos. Well come to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. Re-uploading this video is strictly forbidden. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel. © All rights reserved Join Our Youtube channel MemberShip / @roobaanuuf