У нас вы можете посмотреть бесплатно Sagantaan nikularaa Iraan deeggarsa Ameerikaatiin akka eegale beektuu?| BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Sagantaa gabbisa nikularaa Iraan harka Ameerikaatin eegale waggoottan digdama darban keessa Baha Giddugalaa keessatti atakakaroo guddaa dhaluu isaatin alattis Iraan warra Lixaa waliin dugdaa fi garaa taasiseera. Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Yeroo garii inumaa giddu-seentummaan US haalota daran hammeessa. Taateen tibbana Iraanitti mudate US ammallee imaammata giddu-seentummaa dhimma biyyoota alaatti cichitee jiraachuu mul’isa. Kan Dhiheesse: Hiikaa Fiixasaa, Darajjee Gonfaa Kaameraa: Tolaa Dingataa Gulaalaan suur-sagalee: Tolaa Dingataa 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #Ameerikaa #Afgaanistaan #America #Iran #bbcafaanoromoo #nuclear