У нас вы можете посмотреть бесплатно OROMIA11: Oduu 3-13-2026 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
OROMIA11: Oduu 3-13-2026 1.Guyyoota kurnan dhufan kibba biyyattiitti roobni cimaan akka roobu fi naannolee kaanitti ammoo ol aanan akka galmaa’u himame. 2. KFO'n filannoo bara kana irratti humna guutuun hirmaachuu dhabu isaaf sababoota dhiheesse. 3. Finfinneetti barbareen kuntaalli 90 summii hamaa Afilaatooksiinii jedhamuun faalame to’anno jala oolun himame. 4.Chaayinaan maatii barattoota Iraan kan haleellaa US fi Israa'el raawwataniin ajjeefamaniif gargaarsa akka gootu beeksifte. 5. Somaaliyaan Gabaasa 'buufanni waraanaa Israa’el Barbaraa irratti ijaaramufi' jedhu irratti akeekkachiiste. 6.Taphootni Piriimer liigii ingilaandi torbee 30ffaan Bori irraa eegaluun hamma Wiixataatti Taphatamu.