У нас вы можете посмотреть бесплатно OROMIA11: Oduu 3-5-20266 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
OROMIA11: Oduu 3-5-2026 1.Haleellaa godina Arsii aanaa Sirkaatti raawwatamee lubbuu namoota hedduu gaaga'e dhaabbileen amantaa cimsanii balaaleffatan. 2.Godina Gujii aanaa Gooroo Doolaatti daandiin magaalaa Hara-qalloo irraa kaasee magaalaa Jiddoolaa fi Saraansar geessu ciccituun rakkoo hawaasummaa fi diinnagdeef uummata saaxilaa jiraachuun ibsame. 3.Itoophiyaa fi Keeniyaan nageenya naannoo daangaa mirkaneessuu fi duula waraanaa waloo gaggeessuuf waliigalte taasisu beeksisan. 4.Sudaan dirooniiwwan Itoophiyaarraa ka'an daangaa biyyatti sarbun haleellaa gaggeessa jiraachu himatte. 5.Sudaan waraanni tajaajila yaala fayyaa gufachiisaa jiraachuufi saffisa tatamsa'ina dhibees kan dabalu ta'uu akeekkachiifte. 6.Waraana Iraan guyyaa 5ffaa qabate keessatti, biyyoota baha giddu galeessaa buufanni Ameerikaa keessa jiru kan Iraan itti hin dhikaasne Turkii qofa turte. 7.Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 29ffaan har’as taphoonni murteessoon 5 ni taphatamu.