У нас вы можете посмотреть бесплатно OROMIA11: Du'uuf ji'a sadi qofatuu na hafe - Guyyaa Dubartoota Addunyaa или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
OROMIA11: Oduu 3-9-2026 1.Godina Gujii Aanaalee hedduu keessatti daandiin ciccituun rakkoo diinagdee fi hawaasummaa qaqabsiisaa jiraachun dhagahame. 2.Daandiin Qilleensa Itoophiyaa guyyaa dubartoota idil-addunyaa sababeeffachuun paayileetiifi hojjettoota dubartoota qofaan balalii 8 gaggeessu beeksise.3.Balaa lolaa Keeniyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 42 gahuun himame. 4.Waldhabdeen Sudaan Kibbaa hammaachuu hordofee Lammiileen kumaatamaan Itoophiyaatti baqachaa jiraachuun gabaafame. 5.Ilmi Ayatollah Ali Khamenei inni lammaffaan Mojtaba Khamenei hogganaa olaanaa biyyatti ta’eera. 6.Siiriyaa A Xaaliyaan Torbee 28ffaan taphi Darbii Miilaanoo Olaantummaa AC Miilaaniin Xumurame.