У нас вы можете посмотреть бесплатно OROMIA11: Oduu 2-25-2026 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
OROMIA11: Oduu 2-25-2026 1.Godina Baalee Aanaa Gobbaa ganda Riiraatti ummatni qe’ee fi qabeenya isaa irraa caasaa mootummaan buqqifamee rakkoo hammaataaf saaxilamaa jiraachuun himame. 2.Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Daarimuutti Jiraattonni Magaalaa Dhuubbaa Hanqina Bishaan Dhugaatiin rakkachaa jiraachuuu himan. 3.Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa eyyama hojii Addis Standard haquu beeksise. 4.Manni-maree Nageenyaa kan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomani qoqqobbii haaraa gaggeessitoota RSF irra kaa'e. 5.Tiraamp haasaa waggaa Kongiresiif taasiseen Iraan akeekkachiise. 6.Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan guyyaa har’aa taphoonni deebii afur xumuraa ni taphatamu.