У нас вы можете посмотреть бесплатно Ummannii oromoo America dhamsa amma.. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
#MadaaOromia #OromiaNews #OromoMedia #HaqaOromia #SagantaaOromia #OromiaUpdate #OromiaPolitics #OromoVoice👉 Hordofaa, Like godhaa, fi Subscribe gochuun nu #zaramedia#ethioforumኢትዮፎረም #anchor #ethiopia #anchormedia #Anchor Ethiopia, #Anchor, #Ethiopia, #BBC, #DW #Amharic, #VOA Amharic, #ESAT #AnchorMedia Amharic #MesayZena Ethiopia news today fano amhara ወሳኝ መረጃ top mereja today anchor media መረጃ #merejatube #Ethiopia መረጃዎች 10 October 2025 #MesayMekonnen Abiy Ahmed Ali Jibuutiin Sheeyxanticha Salphifte! Oduun keessoo 4 kiiloo irraa miliqxee dhufte akka addeessitutti Abiyyi sheeyxantichi biyya Jibuutiitti salphate. Dippiloomaasii ulaa galaanaa jedhuun gaanfa Afriikaa irratti kasaaraa guddaan kan mudate Abiyyi tibbana gara Jibuutii imaluun isaa ni yaadatama. Namichi yaada hin qabne kun waggaa darbe baga gammaddan ulaa galaanaa Somaaliilaand irraa arganne jedhee uummata mirqaansee ture. Itti fufuun Somaaliyaa sodaatee waliigaltee Somaaliilaand waliin mallatteesse Turkitti deemee haqe. Somaaliyaan ulaa galaanaa nuuf kennite jechuun ammoo oduu biroo ololanii innis harkaa kufnaan gara galaana diimaa qajeele. Sanis Eertiraan irraa ariitee dhumarratti guyyaa kaleessaa gara Jibuutii deeme. Egaa gaafa uummata kee biratti jibbamtu, gaafa biyyi si ajeeffatu, gaafa lammiileen biyyaa dugda sitti galan akkuma mootummaa Jibuutii kaleessaa simannaa dhabdee galtee kophaa boossa. Wal'aalli sheeyxanaa biyyan bulcha jedhee qileetti gataa jira. Yeroo ammaa Itoophiyaan Abiyyi bulchu Sudaan lamaan waliin lola qabdi, Eertiraa waliin lola qabdi, Somaaliyaa waliin lola qabdi, Keenyaa qaliin akkana. Ollaa maraan diina taate addunyaa irraayis adda baatee jirti. Qaaniin kana caale jiraaree?