У нас вы можете посмотреть бесплатно OROMIA11: Oduu 1-28-2026 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
OROMIA11: Oduu 1-28-2026 1.Qabsaa’aa fi Gameessii qabsoo Oromoo Obbo Maammaa Argoo du'aan addunyaa kana irraa boqachuun himame. 2.Kutaalee Oromiyaa garagaraatti Ogeeyyiin fayyaa kafaltiin hojii yeroo sa'aatii dabalataa nuuf haa kafalamu jechuun mormii dhageessisaa jiru. 3.Lammiileen Itoophiyaa 3,400 ol torbee tokko keessatti Saa’udii Arabiyaa irraa gara biyyaatti deebi’an. 4.Ameerikaa fi Itoophiyaan faayidaa biyyoolessaa waloo tiksuu irratti walii galan. 5.Shakkamtoota godaansa seeraan alaa keessaa harka qaban 3700 ol to’annoo jala oolchuu Intarpool beeksise. 6.Tiraamp haleeellaa Miseensa Kongireesii Ilhaan Omaar irratti rawwatame ilaalchisee deebii hin eegamne kenne. 7.Taphoonni ramaddii xumuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu.